Addunyaan namoota lubbuu qaban, bineensota, biqiltoota hin qabne addunyaa suukaneessaa ta’a ture. Addunyaa kana hafuuraan jireenyaa fi abdii kan hin qabne waan ta’eef, Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haati biyya lafaaf jireenya kennuuf dhufan.
Akkuma Ergamaa Phaawuloos waggoota 2,000 dura, miseensonni Waldaa Waaqayyoo, jireenya Waaqayyoo irraa argatan, waan kan Kiristoos ta’e baay’ee of keessaa qabu, ergama isaanii jireenya addunyaaf qoodu raawwatu.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy