Waaqayyo Ayyaana Faasikaa akka karaa Seexana injifnu nuuf hayyame.
Seexanni humna Waaqayyoo kan Ayyaana Faasikaa ugguruuf jecha dhalachuu Musee fi Yesuus gufachiisuuf yaale.
Haa ta’u malee, akkuma yeroo Waaqayyoon mormu samii irratti mo’ame, dhuma irrattis lafa kana irrattis moʼame.
Addunyaa kana irratti namoonni lakkoofsa hin qabne gara Xiyoon, iddoo Ayyaanni Faasikaa kakuu haaraa itti kabajamutti yaa’aa jiru.
Kun hojii Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haadha kan injifannoo hafuuraa fidaniiti.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy