Akka ajaja isaatti Waaqayyoon waaqeffachuun, qaama abboomamuuti. Akkasuma kakuu haaraa keessatti wangeelli mootummaa abboomamuu malee gonkumaa xumuramuu hin danda’u.
Yesuus, “Namni fedha abbaa koo raawwate gara samiitti ni deema” jedheera. Akkasumas warra “Gooftaa, Gooftaa” jedhanii iyyan, ammas seera dhabdummaa raawwataniif, akka isa irraa ari’aman labseera. Akkasuma bara Hafuura Qulqulluu keessatti warra fedha Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haadha raawwatan qofatu gara samiitti deema.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy