Addunyaa kanarraa namoonni Kitaaba Qulqulluu qo’atan baay’eedha, garuu Waaqayyo Haadhatti kan amantee fi waa’ee Waaqayyoo Haadha dhugaa barsiiftu, Kitaabni Qulqulluun waa'ee Ishee dhugaa ba’u, Waldaa Waaqayyoo qofa.
Kiristoos Ahnsahnghong akkas jedhe, “Akkuma haati lafa kanarra jirtu, Haati samii keessas jirti.”
Ijoollee abdii ta’uu kan dandeenyu gaafa Waaqayyo Haadhatti amanne qofa, yeroo ijoollee abdii taanu qofa jireenya bara baraa argachuun mootummaa samii seenuu dandeenya.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy