Akkuma Yesus Waaqayyo “Abbaa keenya” ta’uu isaa karaa Kadhannaa Gooftaa mul’ise, Waaqayyo Haadhatti amanuu akka qabnu ilma namaatiif mul’isee jira. Kun fedha Waaqayyo nuuf qabudha.
Namoota har’a Waaqayyootti amanna jedhanii lakkaa’aman keessaa warri Waaqayyo Abbaa qofatti amanan, warri Waaqayyo Abbaattis ta’e Waaqayyo Haadhatti hin amanne, akkasumas Waldaa Waaqayyootti warri guutummaatti Waaqayyo Abbaa fi Waaqayyo Haadhatti amanan ni jiru.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy