Ijoolleen isaa aadaa hamaa addunyaa akka hin hordofneef Waaqayyo seera kenne. Kakuu haaraa dhiiga Kiristoos akka karaa itti Waaqayyotti dhihaataniif kenne.
Akkuma ummanni addunyaa kana irratti hidhaman mirga lammii ta’uu mulqaman, ilmi namaa samii irratti cubbuu hojjetee lafa kana irratti gatame hundi mirga maatii samii ta’uu dhabe. Haa ta’u malee, Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haadha dhufanii ammas karaa eebbaa nuuf banan.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy