Galmi amantii keenyaa fayyina lubbuu keenyaati. Innis du’a bara baraa fi gidiraa si’ool keessatti, kan sababa cubbuu samii irratti raawwatameef mudachuuf murtaa’e irraa bilisa ba’uu fi jireenya bara baraa argachuudha.
Waaqayyo karaa Ayyaana Faasikaa lubbuu gara laafessa du’uuf murtaa’aniif jireenya bara baraa bilisaan kenneera.
Waldaan Waaqayyoo eebba jireenya bara baraa abdachiifame qabdi, miseensonni buddeena Faasikaa nyaatanii wayinii Faasikaa dhugan, fooniifi dhiiga Yesuus kan fakkeessu, akkaataa barsiisa Kitaaba Qulqulluu tiin.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy