Uumama guyyoota jahaa keessatti Waaqayyo horii fi bineensota bosonaa tolchee Addaamii fi Hewaan guyyaa ja’affaatti hunda caalaa booda uume. Kunis waa’ee raajii Addaamiifi Hewaan dhugaa ba’uuf ture—Hafuuraa fi Misirroo bara Hafuura Qulqulluutti mul’attee dhala namaatiif bishaan jireenyaa kennuuf.
Waldaan Waaqayyoo Addaam isa dhumaa, Kiristoos Isa Yeroo Lammaffaa Dhufuu Ahnsahnghong fi Hewaan isa dhumaa Waaqayyo Haadhatti ni amanta.
Taʼus duuti bara Addaam irraa jalqabee hamma bara Museetti warra dogoggora akka Addaam hin hojjetin irratti illee moʼee ture; Addaamis Isa dhufuuf jiru sanaaf fakkeenya ture. Roomaa 5:14
Addaamis sababii isheen haadha jiraatoo hundaa taateef niitii isaa “Hewaan” jedhee moggaase. Uumama 3:20
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy