Wanti lafarra jiru tokko illee bishaan malee jiraachuu hin danda’u.
Haaluma wal fakkaatuun, lubbuun keenya bishaan jireenyaa—dubbii Waaqayyootiin yoo hin mijaa’in, dheebuu hafuuraatiin rakkanna, dhuma irrattis ni badna.
Kitaaba Qulqulluu keessatti, Hafuurri fi Misirroon bishaan jireenyaa akka kennan barreeffameera.
Asitti, Misirroon Waaqayyo dha —madda bishaan jireenyaa malee waldaa ykn amantoota miti.
Bishaan jireenyaa argachuu kan dandeenyu Waldaa Waaqayyoo, ishee Hafuurri fi Misirrootti—Dhufaatii Lammaffaa Yesuus Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haadha—kan bara kana fooniin dhufe qofa keessatti.
Hafuurichii fi misirrittiin, “Kottu!” jedhu; namni dhagaʼus, “Kottu!” haa jedhu; namni dheebote haa dhufu; kan barbaadu bishaan jireenyaa tola haa fudhatu.
Mul’ata 22:17
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy