Waaqayyo jalqaba irratti guyyaa Sanbataa eebbisee qulqullaa’ee, bara Museetti Abboommii Kurnan keessaa afraffaa ta’ee muude; guyyaan Sanbataa Abboommii Waaqayyoo hanga dhuma baraatti eeguu qabna.
Yesuus guyyaa Sanbataa hanga dhuma baraatti qulqullaa’uu akka qabnu nu barsiiseera, “Garuu akka baqachuun keessan ganna keessa yookaan Guyyaa Sanbataatiin hin taaneef kadhadhaa” jechuudhaan, kanaaf bara Kakuu Haaraatti guyyaa Sanbataa kabajuun akka hin barbaachifnee fi barsiisa Yesuus kan faallessudha jedhanii cimsanii dubbachuun dogoggora.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy