Akkuma namni hunduu abbaa fi haadha qaamaan deesse qaba, Abbaa hafuuraa fi Haadha hafuuraa addunyaa ergamootaa keessatti jireenya bara baraa nuuf kennutu jira.
Kana amanuudhaan, Faasikaa kakuu haaraa, karaa tokkicha ijoollee Waaqayyoo ta’uu dandeenyu eeguu qabna.
Ijoolleen Waaqayyoo, mootummaa waaqaa keessatti bara baraan moo’an, maqaa Waaqayyoo beekuu qabu.
Qulqulloonni maqaa Yesus jedhu fudhatanii bara Ilmaatti akkuma fayyan, miseensonni Waldaa Waaqayyoos bara Hafuura Qulqulluutti Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haadha fudhatanii, maqaa Waaqayyoo addunyaa guutuutti lallabuu fi bilisa oduu fayyinaa.
Isin yoo adabbii ijoolleen hundinuu ittiin adabaman keessatti hin hirmaanne isin diqaalota malee ijoollee dhugaa miti.
Kana malees nu hundinuu abbootii foonii kanneen nu adaban qabna turre; isaan kabajnas turre. Yoos Abbaa hafuurotaatiif immoo hammam caalaa ajajamnee jiraachuu qabna ree!
Ibroota 12:8–9
Namoonni tokko tokko gaariiwwan amanatu; kaan immoo fardeen amanatu; nu garuu maqaa Waaqayyo Waaqa keenyaa amananna.
Faarfannaa 20:7
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy