Sababni Yesuus sirna Malkiiseedeq bara baraan Lubaa ol Aanaa ta’eef, bara kana keessattis, Faasikaa kakuu haaraa Inni akka Lubaatti raawwachuu qabu waan jiruuf. Akkuma Malkiiseedeq bara kakuu moofaa Abrahaam buddeenaa fi wayiniin eebbise, Yesuus dhala namaatiif eebba jireenya bara baraa karaa buddeenaa fi wayinii kenneera.
Akkuma Yesuus, Kiristoos Inni Lammaffaa Dhufaatii Ahnsahnghong akkasumas sirna Malkiiseedeq Luba ol Aanaa ta’ee tajaajilaa ture, eebba jireenya bara baraa karaa buddeenaa fi wayinii Faasikaa kakuu haaraa kenne. Bara kana keessatti, warra kakuu moofaa irraa sirna Aaron utuu hin ta’in, sirna kakuu haaraa kan hordofan qofatu ijoollee abdii kan abdii Waaqayyoo dhaalu ta’uu danda’a.
Waaqni haala kaayyoo isaa kan hin geeddaramne sana caalaatti ibsee warra waadaa dhaalanitti argisiisuu waan barbaadeef waadaa sana kakuudhaan cimse.
iddoon kunis kan Yesuus iddoo keenya buʼee nu dursee itti ol seenee dha. Innis akka sirna Malkiiseedeqitti luba ol aanaa bara baraa taʼeera.
Ibroota 6:17–20
Icciitiin kunis Namoonni Ormaa karaa wangeelaatiin saba Israaʼel wajjin dhaaltota, isaanuma wajjin dhagna tokko, waadaa Kiristoos Yesuusiin kenname keessatti immoo hirmaattota taʼuu isaanii ti.
Efesoon 3:6
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy