Akkuma addunyaa kanarra fakkeessitoonni maqaa qananiin hojjetan fakkeessan hedduun jiran, waldoonni sobaas baay’eedha. Waldaa dhugaa fayyinni jirutti argachuuf, tokkoffaa, maqaan ishee “Waldaa Waaqa” ta’uu qaba, lammaffaa, Waaqayyo ofii isaatii dhaabbachuu qaba, sadaffaa immoo dhugaa Kitaaba Qulqulluu qabaachuu qaba.
Waldaan dhugaa Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haadha Fakkeenyaa fi Misirroo ta’aniin deebifamte, guyyaa Sanbataa fi Ayyaana Faasikaa dabalatee dhugaa hundumaa kan Yesuus kabaju, Xiyoon, iddoo baqannaa fi fayyina Waaqayyo qopheesse ta’uu ishee Kitaabni Qulqulluun ragaa ba’a.

119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy