Waldoonni hundinuu amantii isaanii osoo hin ilaalin Waaqayyoon “Abbaa” jedhanii waamu irratti walii galu. Seenaa keessatti ilmi namaa Waaqa tokkicha, Waaqa Abbaa qofatti waaqeffachaa fi amanee kan ture ta’us, ilmi namaa jireenya argatee mootummaa samii bara baraa seenuuf jiraachuun Waaqayyo Haadha barbaachisaa akka ta’e Kitaabni Qulqulluun irra deddeebi’ee nu barsiiseera.
Waaqayyo qurxummii galaanaa, bineensota lafaa, simbirroota samii, addunyaa biqiltootaa, fi ilmaan namootaa illee karaa haadha tokkootiin jireenya akka argatan uume, Waaqayyo Haadha jireenya kennitu karaa qophii waan hundumaa akka hubannuuf.
“Yaa Gooftaa fi Waaqa keenya, ati waan hunda waan uumteef, isaan fedhii keetiin waan uumamaniif, waan jiraataniifis, ulfina, kabajaa fi humna fudhachuun siif ni mala.”
Mul’ata 4:11
Kanaafuu Waaqni akka bifa isaatti nama uume; akka bifa Waaqaatti isa uume; innis dhiiraa fi dubartii taasisee isaan uume.
Uumamaa 1:27
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy