Yesus Waaqayyo inni hundumaa danda’u, dhala namaa fayyisuuf fooniin yeroo dhufu namoonni baay’een isa tuffatan. Haa ta’u malee, warri Isa kabajan kan akka dubartii mataa Yesus irratti urgooftuu dhangalaafte, ajajaa dhibbaa, dubartii dhiigni rakkachaa jirtuu fi Zaakiyaas ni turan. Qulqulloonni Waldaa jalqabaa amantii akkasiitiin Yesusiin kan simatan yoo ta’u, deebi’anii kennaa hafuura qulqulluu ayyaanaa argatan.
Miseensonni Waldaa Waaqayyoo Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haati Fayyisaa akka raajii “Waaqayyo bara Hafuura Qulqulluutti akka Hafuuraa fi Misirrootti ni dhufa” jedhutti dhufan ta’uu isaanii amanu, isaanis kabaju. Waaqayyo Hafuura Qulqulluu rooba isa boodaa, kan Waldaa jalqabaa caalaa guddaa ta’e isaaniif kenna, kunis hojii ajaa’ibaa namoota addunyaa guutuutti Waaqayyoon kabajuutti isaan geessa.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy