Addunyaa guutuun dhaloota Yesuus Muddee 25, Ayyaana Qillee, hunda kabaja.Haa taʼu malee, Macaafa Qulqulluu keessatti Yesuus Muddee 25 akka dhalate caqasni tokko illee hin jiru.Seenaa keessatti, Ayyaanni Qillee guyyaa dhaloota waaqa aduu Miitra jedhame irraa akka madde hubachuu dandeenya.
Waldaan Waaqayyoo kan hundeeffame Ahnsahnghong Kiristoosiin yeroo lammataa dhufe, Ayyaana Qillee, guyyaa dhaloota waaqa aduu, kan Macaafa Qulqulluu keessatti hin argamne hin kabajju.
“Muddee 25 guyyaa dhaloota Yesuus MITI, kan waaqa aduu ti.Ayyaanni Qillee ayyaana waaqa tolfamaa aduu hin moʼamneef qophaaʼe irraa kan maddedha.”-Encyclopedia Britannica-
“Ayyaanni Qillee Waaqayyoon kan hundeeffame, Macaafa Qulqulluu irrattis kan hundaaʼe miti.”-Cyclopedia of Biblical, Theological and Ecclesiastical Literature-
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy