Kiristoos yeroo lammataaffa dhufuuf sababni du’a balleessuufi, jechuunis dhala namaa jireenya bara baraa kennuufi gara mootummaa samiitti geessuuf akka ta’e Kitaabni Qulqulluu fi raajonni ragaa ba’u. Dhalli namaa, cubbuu du’aaf malu samii irratti raawwate, jireenya bara baraa argachuuf karaan jiru akkuma waggaa 2,000 dura ture, Ayyaana Faasikaa fooniifi dhiiga Yesus nyaachuu fi dhuguudha.
Akka raajii Isaayyaasitti ayyaana bara baraan du’a liqimsu Waaqayyo qofa qopheessuu danda’a jedhutti miseensonni Waldaa Waaqayyoo Kiristoos Ahnsahnghong akka Waaqayyotti amanuudhaan Faasikaa kabaju; sababiin isaas Inni isa karaa Faasikaa du’a balleesse waan ta’eef.
Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu jireenya bara baraa qaba. Anis guyyaa dhumaatti duʼaa isa nan kaasa.
Yohannis 6:54
Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu tulluu kana irratti uummata hundaaf cidha nyaata gaarii, affeerraa daadhii wayinii gogee, . . .
inni bara baraan duʼa ni liqimsa. . . .
Isaan gaafas akkana jedhu; “Dhugumaan kun Waaqa keenya; nu isa amananne; innis nu oolche. Kun Waaqayyoo dha; . . .”
Isaayyaas 25:6–9
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy